YouVersion 로고
성경묵상동영상
앱 다운로드
언어 선택
검색 아이콘

Uumama 18 - 인기 성경 구절

1

Uumama 18:14

KITAABA WAAQA

BOR

D'uguma wonti AABBO Waaqati jabaata injirti? Akuma qara anini siini jed'e, Anini jia sagali tae, yo ani deebie, Saraani ilma qabdi.

비교

Uumama 18:14 살펴보기

2

Uumama 18:12

KITAABA WAAQA

BOR

Saraani kofalte waan ufiini jette, Bada, anini amma, nami jaare hobae kunini, d'iirsa kiyya ka jaare ufiyu dad'abe ind'araafi?

비교

Uumama 18:12 살펴보기

3

Uumama 18:18

KITAABA WAAQA

BOR

Eegi tana ilmaani isaa gosa guddo taate, gochiti lafa tana ch'ufti worrani eeba argatti.

비교

Uumama 18:18 살펴보기

4

Uumama 18:23-24

KITAABA WAAQA

BOR

Abrahamuuni Waaqati d'iaate waan jed'eeni, Atini d'ugumati nama ch'ubbichafi ka ch'ubbu inqamnele woliini hobaafta? Yo nami shantama ka ch'ubbu inqamne dira kana keesa jiraate, atini worra shantama suni jette dira suni innaatuufi? Ch'ufa imballeesita?

비교

Uumama 18:23-24 살펴보기

5

Uumama 18:26

KITAABA WAAQA

BOR

Ammo AABBO Waaqi waan jed'eeni, Hojja nama shantama ka ch'ubbu inqamne Sodoma keesati arge, anini lafa suni inaraaramaafi.

비교

Uumama 18:26 살펴보기

이전 장
다음 장
YouVersion

매일 하나님과 친밀하게 동행하도록 격려하고 도전하기.

사역

소개

채용 정보

자원 봉사

블로그

기사

유용한 링크

도움

후원

성경 번역본

오디오 성경

성경 언어

오늘의 말씀


디지털 사역

Life.Church
한국어

©2026 Life.Church / YouVersion

개인 정보 취급 정책약관
취약점 공개 프로그램
페이스북트위터인스타그램유튜브핀터레스트