Merki YouVersion
BiblíaÁætlanirMyndbönd
Sæktu forritið
Tungumálaval
Leitartákn

Popular Bible Verses from Hujii Ergamittootaa 25

1

Hujii Ergamittootaa 25:6-7

Waadaa Haarawa

ArsiDNT

Fesxoos'llee yeroo guyyaa saddeeti yookiin kudhan hin caalle, isaaniin woliin eega dabarsseen duubatti, gara Qiisaariyaa ni deeme, achi'llee eega gayeen duubatti, guyyaa itti aanutti barccumaa murttii irra ta'eeti, Phaawulosiin akka dhiyeessaniif ni ajaje. Phaawulos yeroo dhiyaatetti Yihudonni Yerusaalemii dhufan isa marssanii dhaabataniiti, himannaa cimaa baay'ee, ragaa itti argachuu hin danddeenne isa irratti ni dhiyeessan.

Bera saman

Njòttu Hujii Ergamittootaa 25:6-7

2

Hujii Ergamittootaa 25:8

Waadaa Haarawa

ArsiDNT

Phaawulos'llee, «Ani seera Yihudotaa irratti'llee ta'ee yookiin Mana Waaqeffanna'aa yookiin nugusa Rooma'aa irratti, balleessaan raawwadhe hin jiru» jechu'uun, deebii isaa ka ittisa ni kenne.

Bera saman

Njòttu Hujii Ergamittootaa 25:8

Ókeypis lestraráætlanir og hugleiðingar sem tengjast Hujii Ergamittootaa 25

Fyrri kafli
Næsti kafli
YouVersion

Hvetur þig áfram og skorar á þig að leita samfélags við Guð á hverjum degi.

Kirkjustarf

Um YouVersion

Starfsferill

Sjálfboðaliði

Blogg

Fjölmiðlar

Gagnlegar hlekkir

Hjálp

Gefa

Bíblíuútgáfa

Hljóðbiblíur

Tungumál Biblíunnar

Vers dagsins


Stafræn kirkja

Life.Church
English (US)

©2026 Life.Church / YouVersion

FriðhelgisstefnaSkilmálar
Vulnerability Disclosure Program
FacebookTwitterInstagramYoutubePinterest