Akara Njirimara YouVersion
Akara Eji Eme Ọchịchọ

Wongeela Maarqoos 7:21-23

Wongeela Maarqoos 7:21-23 ARSIDNT

Isaan'llee, yaada hamaa, sagaagalaa, hanna, nama ajjeesuu, Sagaagalummaa, haafayummaa, hammeenna, sobddummaa, gad dhiifamummaan, hinaafttummaan, hamataa ta'uun, ufi tuulummaanii fi yaada dhabumma'a. Wonitti hamaan kun marrinuu onnee namaa keessaa ni baya, nama'llee ni batteessaan.»