Gara Worra Rooma'aa 4:17
Gara Worra Rooma'aa 4:17 KITWOY
Kun, «Abbaa banii maraa si taasiseera» jedhamee akkuma barreeffame; Inni ka worra du'ee jireenna kennu; ka waan hin jirre akka jiraatu godhee waamu; Waaqa itti amane afo'otti abbaa nu maraati.