Logo Aplikasyon Bib
Chache Icon

Gara Worra Rooma'aa 3:25-26

Gara Worra Rooma'aa 3:25-26 KITWOY

Isallee Rabbi dhiifamsa cubbu'uu karaa amantii dhiiga isaatiin argamuun godhee dhaabeen; kanallee Rabbi cubbuu dura hojjatame dandeettii Rabbiitiin dhiifama qajeellummaa ufii mudhisu'uuf kana godhe. Innillee qajeelaa akka ta'u ka Yesuusitti amanullee qajeelaa akka taasisuuf bara kanallee qajeellummaa akka mudhisuuf.

Imaj Vèsè pou Gara Worra Rooma'aa 3:25-26

Gara Worra Rooma'aa 3:25-26 - Isallee Rabbi dhiifamsa cubbu'uu karaa amantii dhiiga isaatiin argamuun godhee dhaabeen; kanallee Rabbi cubbuu dura hojjatame dandeettii Rabbiitiin dhiifama qajeellummaa ufii mudhisu'uuf kana godhe. Innillee qajeelaa akka ta'u ka Yesuusitti amanullee qajeelaa akka taasisuuf bara kanallee qajeellummaa akka mudhisuuf.