Logo Aplikasyon Bib
Chache Icon

Gara Worra Rooma'aa 14:13

Gara Worra Rooma'aa 14:13 KITWOY

Eeganaa adha irraa jalqabee nu maruu akka wol irratti hin murteessine caala'atti ammo eennullee obboleessa ufiititti gufuu yookaan sakaallaa akka hin taane kana murteeffadhaa'a.