Logo Aplikasyon Bib
Chache Icon

Raajii Miikiyaasii 1:1

Raajii Miikiyaasii 1:1 KITWOY

Bara Iyyoo'aataam, Akaazii fi Hisqiyaas wol faana biyya Yihuuda'aa irratti mooyan dubbiin Rabbi Mikiyaasii nama gosa Mooriititti mudhataan waan Samaariya'aatii fi waan Yerusaalemii mudhise kana.