Logo Aplikasyon Bib
Chache Icon

Dubbii Nagayaa Ka Luqaasii 3:8

Dubbii Nagayaa Ka Luqaasii 3:8 KITWOY

Kanaafuu cubbuu irraa deebi'aa'a, waan mishaa hojjadhaa'a, Eegasuu abbaan keenna Abrahaam hin jedhinaa'a, Rabbii dhagaa kanniin keessaa Abrahaamiif ijoollee taasisuu waan danda'uuf.