Logo Aplikasyon Bib
Chache Icon

Hujii Ergamootaa 17:26

Hujii Ergamootaa 17:26 KITWOY

Sanyii nama maraatuu gosa tokko irraa uumee ardii maraa irra akka jiraatan taasise; haga bara jiraataniitii fi daangaa jiraatan isaaniif murteesse.