Logo Aplikasyon Bib
Chache Icon

Hujii Ergamootaa 15:8-9

Hujii Ergamootaa 15:8-9 KITWOY

Waandhi yaada namaa beeku akkuma Ayyaana Woyyuu nuu kenne isaaniillee kennu'uun ragaa isaanii baye. Qalbii isaaniillee amanti'iin hennaa qulqulleessu nu'uu fi isaan wol hin caalchifne.