Logo Aplikasyon Bib
Chache Icon

Hujii Ergamootaa 11:23-24

Hujii Ergamootaa 11:23-24 KITWOY

Innillee achi dhaqee haga badhaadhummaa Rabbii arge hin gammade; isaan maruu fedha garaa isaaniitiin Goofta'aan jabaatanii akka jiraatan gorse. Inni waan nama mishaa, ka Ayyaana Woyyu'uu fi ka amantii qabu tureef baniin hedduu Goofta'atti amanan.