YouVersion Logo
બાઇબલયોજનાઓવિડિઓઝ
Get the app
Language Selector
Search Icon

Popular Bible Verses from Wongeela Maatewos 17

1

Wongeela Maatewos 17:20

Waadaa Haarawa

ArsiDNT

Yesus'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Amantiin keessan dhidhuu waan ta'eef, dhugamaan isiniin jedha, amantii firii suuniffa'aa geetu uduu qabatanii gaara kanaan, ‹asii ka'iitii garasi deemi!› uduu jettaniinii ni deema, wonitti isin hin danddeenne tokko'llee hin jiraatu. [

Compare

Wongeela Maatewos 17:20 ખોજ કરો

2

Wongeela Maatewos 17:5

Waadaa Haarawa

ArsiDNT

Uduma Phexiros kana dubbata'aa jiru duumessi ifaan isaan ni dayeesse, duumessa keessaa'llee, «Ilmi kiyya ka ani jaaladhuu fi itti gammadu'llee kana, isa dhagayaa!» qooniqqi jedhu, ni dhufe.

Compare

Wongeela Maatewos 17:5 ખોજ કરો

3

Wongeela Maatewos 17:17-18

Waadaa Haarawa

ArsiDNT

Yesus'llee, «Isin ka hin amanne dhaloota dabaa nana! Haga yoomii titti isiniin woliin jiraadhaa? Haga yoomii titti'llee isinii obissaa? Mee mucaa gara kiyya fida'aanii!» isaaniin jedhe. Yesus jinni'itti ni baanate, jinniin'llee mucaa keessaa ni baye, mucaan'llee yeroma sanitti ni fayye.

Compare

Wongeela Maatewos 17:17-18 ખોજ કરો

મફત વાંચન યોજનાઓ અને Wongeela Maatewos 17થી સંબંધિત મનન

Previous Chapter
Next Chapter
યુવર્ઝન

Encouraging and challenging you to seek intimacy with God every day.

Ministry

વિષે

Careers

સ્વયંસેવક

બ્લોગ

દબાવો

Useful Links

સહાય કરો

દાન કરો

બાઇબલ આવૃત્તિઓ

ઑડિયો બાઇબલ

Bible Languages

આજનું વચન


A Digital Ministry of

Life.Church
English (US)

©2026 Life.Church / YouVersion

ગોપનીયતા નીતિશરતો
Vulnerability Disclosure Program
ફેસબુકટ્વીટરઇન્સ્ટાગ્રામYouTubePinterest

હોમ

બાઇબલ

યોજનાઓ

વિડિઓઝ