Kitaaba Seera Bayiisaa 4:11-12
Kitaaba Seera Bayiisaa 4:11-12 GUJ
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa, «Afaan namaa ka dade eennu? Ka afaan namaatii fi gurra namaa duudaa godhu eennu? Ka ila namaa akka dhaggitu godhu yookiin ballaa godhu eennu? Ana Mootii Waan Maraatii motii? Amma, deemi; ani akka ati dubbattuuf si hin qarqaara; waan ati jettulle si hin barsiisa» jedhe.





