Kitaaba Seera Bayiisaa 14:31
Kitaaba Seera Bayiisaa 14:31 GUJ
Mootiin Waan Maraa irree jadduu ifiitiin worra Gibxi'ii irratti waan huje yennaa dhaggane, Israa'elooti Mootii Waan Maraa sodaatanee, isaa fi Muusee tajaajilaa isaatitti addatane.