YouVersion Logo
Search Icon

Kitaaba Seera Bayiisaa 13:17

Kitaaba Seera Bayiisaa 13:17 GUJ

Mootichi biyya Gibxi'ii kolbaan akka deentuuf yennaa gad lakkise, Waaqi, «Lolli yoo isaanitti ka'e kolbaan tun yaada ifii jijjiirattee, gara biyya Gibxi'ii deebiti» jedhee waan yaadeef, karaa lafa Filisxeemotaatiin isaan hin sooressine.