YouVersion Logo
Search Icon

Kitaaba Seera Bayiisaa 11:1

Kitaaba Seera Bayiisaa 11:1 GUJ

Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Ani amma balaa tokko callaa mooticha Gibxi'iitii fi kolbaa isaa irratti hin fida; saniin duuba mootichi akka isin asii deentanu gad isin hin lakkisa; nami tokkolle adoo hin hafin isin maraayyuu hin ari'a.