Seera Leewwotaa 6:12
Seera Leewwotaa 6:12 KITWOY
Ibiddi hulee ciinca'aa hennaa maraa hin badu hin bobaya; gadichillee muka itti kaaya; ciincaa ciincawullee achi irratti darabeessa; achi irratti ciincaa fayyinnaaf dhiyaatu ka mooraa ciinceessa.