Seera Leewwotaa 11:44
Seera Leewwotaa 11:44 KITWOY
Ani Rabbi Waandhi keessan woyyuu waan ta'eef isinillee nafa keessan woyyoomsaa'a, woyyoota ta'aa'a; ani woyyuu waan ta'eef waan lafa irra loowu'uun sosocho'u maraan nafa keessan hin batteessinaa'a.