MACAAFA FAARFANNAA 24:3-4
MACAAFA FAARFANNAA 24:3-4 MACQUL
Gara tulluu Waaqayyootti ol ba'uun kan ta'uuf eenyu>> Iddoo isaa isa qulqullaa'aa keessas dhaabachuun kan ta'uuf eenyu>> Isa harki isaa hin xuraa'in, garaan isaas qullaa'aa ta'e, isa yaada isaa wanta sobaa duukaa hin kaafne, isa sobaan hin kakannee dhas.





