MACAAFA FAARFANNAA 23:4
MACAAFA FAARFANNAA 23:4 MACQUL
Ani bowwaa dukkanaa'aa sodaachisaa keessa yoon adeeme iyyuu, hamaan anatti dhufa jedhee hin sodaadhu; ati anaa wajjin jirta, uleen keetii fi dhaabbanni kee ana in jajjabeessu*.