Hujii Ergamootaa 19:11-12
Hujii Ergamootaa 19:11-12 WLNT
Rabbillee harka Phaawuloosiititti baasa nama maalalchiisu godhe. Kanaafuu uffata isaa fuudhanii gara worra dhibamanii fidanii, worra dhibamaniin hennaa tuqan, isaanillee hin fayyan; ayyanni hamaanillee isaan keessaa baye.





