Hujii Ergamootaa 15:8-9
Hujii Ergamootaa 15:8-9 WLNT
Waandhi yaada namaa beeku akkuma Ayyaana Woyyuu nuu kenne isaaniillee kennu'uun ragaa isaanii baye. Qalbii isaaniillee amanta'aan hennaa qulqulleessu nuuf isaan wol hin caalchifne.