1
Hujii Ergamootaa 24:16
WAADAA LAMMATAA
WLNT
Kanaafuu ani ammoo Rabbii fi nama afo'otti hennaa maraa ka mudaa hin qabne sammuu qulqullaayaa akka qabaadhuuf jabaadha.
Compare
Explore Hujii Ergamootaa 24:16
2
Hujii Ergamootaa 24:25
Innillee waan qulqullinnaa, waan mataa ufii tooyatu'uu, waan murtii dhufu'uuf jiruu dubbata'aa uduu jiru, Filiksi sodaatee, «Amma deemi; hennaa naa tole ergee si waamsisaa» jedhee deebise.
Explore Hujii Ergamootaa 24:25